Don't wanna be here? Send us removal request.
Text
Adeemsa Haqaa Dabsuuf Gocha Oduu Ibsuu Dabaan Raawwatamu
Seera Adaba Yakkaa Itoophiyaa keessatti dhimma dhimma yakkaa mana murtiitti dhihaatu ilaalchisee keewwata 457 jalatti “Adeemsa Haqaa Dabsuuf Gocha Oduu Ibsuu Dabaan Raawwatamu jechuun tumamee jira. Kuniis; “Namni kamiyyuu, dhimma mana murtiitti dhihaatu ykn mana murtiitti ilaalamaa jiru irratti Himatamaa ykn miiltoo isaa akeekkachiisuunis ta’e abbaa seeraa, ragaa namaa, ragaa ogeessa addaa,…
View On WordPress
0 notes
Text
<div class="custom-section" style="background: #f5f5f5; padding: 2rem; text-align: center;"> <h2>Special Offer!</h2> <p>Limited time discount for our services</p> <button style="background: #2d545e; color: white; padding: 10px 20px; border: none;"> Claim Now </button> </div>
0 notes
Text
Labsii Kaffaltii Ittifayyadama LafaBaadiyyaafi Gibira Galii Hojii QonnaaMootummaa Naannoo OromiyaaIrradeebiin Murteessuuf Bahe Lakk. 255/2016.

View On WordPress
0 notes
Text
Labsii Kaffaltii Ittifayyadama LafaBaadiyyaafi Gibira Galii Hojii QonnaaMootummaa Naannoo OromiyaaIrradeebiin Murteessuuf Bahe Lakk. 255/2016.
Labsii Lakk 255 Bara 2016Download Labsii Kaffaltii Ittifayyadama LafaBaadiyyaafi Gibira Galii Hojii QonnaaMootummaa Naannoo OromiyaaIrradeebiin Murteessuuf Bahe Lakk. 255/2016

View On WordPress
0 notes
Text
NAMOOTA MANA JIREENYAA KAN MOOTUMMAA KIREEFFACHUU DANDA'AN
1. 𝐔𝐥𝐚𝐚𝐠𝐚𝐚 𝐂𝐚𝐥𝐚𝐥𝐥𝐢𝐢 Labsii 231/2013 kwt 52 jalatti akkaataa tumamee jiruun namni mana mootummaa jireenyaaf kireeffatu ulaagaa calallii armaan gadii guutuu qaba: Jiraataa magaalichaa yookiin gandichaa ta’uu isaa ragaa dhiyeessuu qaba, Magaalicha yookiin gandicha keessaa mana dhuunfaa kan hin qabnee fi manni mootummaa karaa isaatiiniis ta’ee karaa haadha warraa isaatiin harka kan hin jirre ta’uu…
View On WordPress
0 notes
Text
WALIIGALTEE MANA SIREE (CIISAA) Fi SEERA
Ilmi namaa sababoota adda addaatiin naannoo jiraatu irraa gara biraatti imaluun isaa waanuma baratameedha. Imalli taasifamu kuni immoo biyya keessaas tahee biyyaa alaa tahu danda’a.Namni iddoo jireenya isaa irraa fagaatee imalu immoo iddoo bultii waan isa barbaachisuuf iddoowwan kaayyoo akkanaatiif qophaa’an kireeffachuun keessa buluun dirqama. Bu’uura seera Hariiroo Hawaasaa biyya keenyaatiin…
View On WordPress
0 notes
Text
Meeshaa Yookiin Tajaajila Bitame Deebisuu Yookiin Jijjiiruu Yookiin Maallaqa Kafalame Deebifachuu fi Seera
“Meeshaan yookiin tajaajilli bitame hin deebi’u!” xalayaan jettu qajeelfama abbootiin dukkaanaa/suuqii isaanii irratti maxxansuun beekamaniidha. Isin mudannoo meeshaa tokko suuqiirraa erga bittaniin booda akka isiniif jijjiirmuuf yookiin gatiin kafaltan akka isinii deebi’u gaafattanii, abbaan suuqii hin jijjjiiru jedhee isin diduu hin qabdanii? ➽ Biyya keenya keessatti namni meeshaa yookiin…

View On WordPress
0 notes
Text
MIRGA SHAMMATTOOTAA
Namni meeshaa yookiin tajaajila barbaadu maallaqa isaatiin argachuuf gabaa bahe mirga qaba. ➣ Labsii eegumsa shammattootaa fi dorgommii daldalaa kaayyoon inni baheef keessaa inni tokko mirga shammaattoota beeksisuu fi kabachiisuufi. Mirgoonni labsichaan tumaman kunneenisp moo l kkkkkkkkkkkkkk keewwata 14 jalatti tumamaniiru. Mirgoonni kunneenis, ❶ Mirga Odeeffannoo ykn ibsa sirrii fi quubsaa…

View On WordPress
0 notes
Text
Maalummaa Fi Gosoota Bakka Bu'ummaa
1️⃣ Maalummaa Bakka Bu’ummaa ✅ Akkaataa Seera Hariiroo Hawaasaa keewwata 2199 tiin Bakka Bu’ummaa jechuun namni bakka buusaa jedhamu tokko nama bakka bu’aa jedhamuuf akka isaa ta’uun hojii seera qabeessa tokko ykn sanaa ol maqaa bakka bu’aatiin hojjechuuf dirqama Waliigaltee kan itti seenudha. Kanaanis bakka bu’aan akka bakka buusaa ta’ee hojii bakka buusaa maqaa bakka buusaatiin raawwachuuf…

View On WordPress
0 notes
Text
𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐒𝐞𝐞𝐫𝐚𝐚 𝐌𝐮𝐫𝐭𝐞𝐞𝐬𝐬oo 𝐌𝐮𝐫𝐚𝐚𝐬𝐚
Gorsa seeraa murteessaa fi sochii jiruu fi jireenyaa keessatti nama fayyadan muraasa kanneen quba qabaadhaa. ☞ Ofii keessan, maatii, qabeenyaa fi hojii keessan gocha hamaa ta’ee fi itti gaafatamummaa seeraa fidu irraa eegaa. ☞ Waliigaltees ta’e sanada barreeffamaa kamiinuu osoo sirriitti hin hubatiinii fi galagalcha isaa harkatti hin galfatiin hin mallatteessinaa. ☞ Hanga danda’ametti…
0 notes
Text
Barbaachisummaa Seera Beekuu
Ilmi namaa beekumsa roga adda addaa qabaachu ni danda’a. Beekumsa kana akka ogummaatti yookiin jireenya isaanii ittiin gaggeessuuf itti fayyadamuu kan danda’an yommuu ta’u dhimmoota ogummaa isaaniitiin ala jiran irratti beekumsa qaban immoo akka beekumsa waliigalaatti itti fayyadamuu ni danda’u. Dhimmoota tokko tokko irratti beekumsa qabaachuun filannoo irratti kan hundaa’u tahuus dhimmoota…

View On WordPress
0 notes
Text
Qajeelfama To'annoo Tamboo Naannoo Oromiyaa Murteessuuf Bahe Lakk. 16/2014

View On WordPress
0 notes
Text
Qajeeltoo Naamusa Ogummaa Ogeessa Seeraa Manneen Hojii Mootummaa
Dambii Sirna Dhimmoota Hariiroo Hawaasaa Dantaa Ummataa fi Mootummaa Lakk. 243/2016 keewwata 22-33’tti kan tumamee jiru yoo ta’u, naamusa ogummaa ogeessonni seeraa manneen hojii mootummaa keessatti qacaramuun hojjechaa jiran qabaachuu qaban kan tumuudha. Isaaniis; AMANAMUMMAA Ogeessi Seeraa kamiyyuu: Amaanaa sababa ogunmmaa isaatiin itti kenname eeguu; Hojii isaa seeraafi hojimaata mana hojii…

View On WordPress
0 notes
Text
Hamma Kaffaltii Tajaajilaa Galmeessaa Fi Mirkaneessa Sanadootaa
Qajeelfama_Kaffaltii_Tajaajilaa_Galmeessaafi_Mirkaneessa_SanadootaaDownload

View On WordPress
0 notes
Text
Itti gaafatamummaa miidhaa beeyladootaan gahuuf dhufu
https://haabarruu.blogspot.com/2023/05/itti-gaafatamummaa-beeyladootaan-gahuuf.html?m=1

View On WordPress
0 notes
Text
Hamma Kaffaltii Barreessitoota Dhimma Seeraaf Kaffalamu
Barreessaa dhimma seeraa jechuun bu’uura labsii lakk. 182/2005 kwt.2/3 tiin iyyannoo yookiin waliigaltee adda addaa qopheessuun kaffaltiidhaan maamilaaf tajaajila kan kennuufi akkaataa Labsii kanaatiin nama galmaa’ee hayyama argate jechuudha. ⏺️Barreessitoonni dhimma seeraa kunis gosoota tajaajilaa isaan dhimma seeraa ilaalchisuun kennuu danda’an labsii kwt. 58(1) jalatti tumameera. Kunis,…

View On WordPress
0 notes
Text
https://muhe176216441.wordpress.com/wp-admin/site-editor.php?path=%2Fwp_global_styles&canvas=edit
View On WordPress
0 notes