Tumgik
#paartii
videgme · 2 years
Video
youtube
LINK FOR SUBSCRIBE
HTTPS://VIDEGME
YOUTUBE CHANNEL HERE
████████████████████████████████████████████
ENLACE PARA SUBSCRIBIRSE
HTTPS://VIDEGME
CANAL YOUTUBE AQUÍ
▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓
LINK FULL
VIDEGME CATALOG
CATALOG HERE
▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒
ENLACE CATALOGO
CATALOGO VIDEGME
COMPLETO AQUÍ
░░░░░░░░░░░░░░░░░░░░░░░░░░░░░░░░░░░░░░░░░░░░
#the #last #of #us #part #II #ps4 #full #game #level #12 #seattle #day1 #seattleday1 #the #theater #thirteen #1080p #60fps #sharpen
Subscribe you to my channel here this would help me a lot available in 60 languages. If there is something I can do for you, do not doubt to tell me.
In English: Link to go to Computer
In English: Link to go to smartphone channel
In English: Link to go to smartphone video
Inglés - English Español - Spanish Holandés - Nederlands - Dutch Azerí - Azərbaycan - Azerbayjani Alemán - Deutsche - German Latín - Lingua Latīna - Romae Imperiam Bielorruso - Беларуская Biełaruskaja - Belarusian Francés - Français - French Bosnio - Босанци Bosanci - Bosnian Portugués - Português - Portuguese Búlgaro - български bəlɡarski - Bulgarian Serbio - српски srpski - Serbian Armenio - հայերեն hayeren - Armenian Checo - čeština - Czech Danés - Dansk - Danish Estonio - Eesti - Estonian Finés - Suomi - Finnish Georgiano - ქართული ენა kartuli ena - Georgian Griego - Ελληνικά - Greek Chino - 中文 Zhōngwén - Chinese Húngaro - Magyar - Hungarian Islandés - íslenka - Icelandic Hindú - हिन्दी - Hindi Indonesio - Bahasa Indonesia - Indonesian Hebreo - עִבְרִית ʿĪvrīt - Hebrew Italiano - Italiano - Italian Japones - 日本語 Nihongo - Japanese Kazajo - қазақ qazaq - Kazakh Suajili - Kiswahili - Swahili Letón - Latviešu - Latvian Lituano - lietuvių - Lithuanian Luxemburgués - Lëtzebuergesch - Luxembourgish Macedonio - Mакедонски Makedonski - Macedonian Malayo - Melayu - Malay Maltés - Malti - Maltese Persa - رسی, Fārsī - Persian Euskera - Euskaldunak - Basque Javanés - ꦧꦱꦗꦮ - Javanese Nepalés - नेपाली -Nepali Noruego - Norsk - Norwegian Úrdu - ردُو‎ - Urdu Filipino - Wikang - Tagalog Polaco - Polski - Polish Irlandés Gaeilge - Irish Rumano - Română - Romanian Ruso - Русский - Russian Maratí - मराठी - Marathi Eslovako - slovenčina, slovenský - Slovak Esloveno - slovenski slovenščina - Slovene Slovenian Afrikáanos - afrikaans - Afrikaans Coreano - Hangugeo - Korean Albanés - shqipë - Albanian Sueco - Svenska - Swedish Tailandés - ภาษาไทย, Phasa Thai -Thai Turco - Türkçe - Turkish Ucraniano - українці ukraintsi - Ucraininan Vietnamita - Tiếng Việt - Vietnamese Catalán Valenciano - català, valencià - Catalan Valencian Galés - Cymraeg - Welsh
0 notes
philophi9999 · 7 months
Text
TUMLOGO KO EKK HII OPTION HAIN...MERE TARAF SE ...JHAGARNAA...3 KHUT MEIN JHAGRA HOGAA TABB PAARTII LENAA
0 notes
bahar-gobbe · 1 year
Photo
Tumblr media
Finfinnee, Mudde 8/2022- Paartiin Koongireesii Federaalawaa Oromoo(KFO)n ibsa har’a baasen yeroo ammaa Oromiyaan waraanaa fi manca’ina siyaasaa waliigalaa ta’e keessa galtee jirti ummata Oromoo fi Oromiyaa dhumaatiirra baraaruuf Paartii Badhaadhinaa fi Mootummaa, Hawaasa Idil Addunyaa, Ummata Oromoo maraaf, Humoota Siyaasaa Oromoo haqaaf qabsaa’an, Beektota Oromoo fi ummataa fi humnoota siyaasaa dhugaa biyyattiif waamicha dhiyeessera. Rakkoon oromiyaa keessa jiru osoo sadarkaa kanarra hin gayiin dura karaa nagaan marii siyaasaan fala akka argatuuf irra deddeebinee himaa fi gaafachaa turreera kan jedhe KFO’n paartiin biyya bulchu waamicha keenya didee ummata tuffachuun karaa waraanaa filatee ummata du’aa fi darara hamaaf saaxileera jedhe. KFO’n “Yeroo ammaa Oromiyaan waraanaa fi manca’ina siyaasaa waliigalaa ta’e keessa galteetti. Guyyaa guyyaan dhibboota baay’een kanneen lakkaawaman namoonni nagaa yoo ajjefaman kumaatamatti kanneen lakkawaman immoo sababa walitti bu’insaa fi hoongeen qeehee fi qabeenya isaanii irraa buqa’uun deeggarsa gahaa malee beelaa fi qorraaf saaxilamaa jiru.”jedhe. Humnootni naannoo ollaa irraa ka’an akkasumas oromiyaa keessatti harka lafa jalaattiin kanneen ijaaramanii fi hidhatan milishoota Faannoo fi hidhattoota Mootummaa Naannoo Amaaraa daa’imman, dubartoota, fi manguddoota yeroo qalan, gandoota yeroo saaman fi qonnaa uummataa yeroo barbadeessan ummanni Oromoo mootummaa nagaaf eegumsa taasisu hin argamne jedhe KFO’n. Humnoonni kun ukkaamsuudhaan harka isaanii kanneen galshatan dargaggoota nagaa “qeerroo shanee’’ qabanne jechuun haala suukkanneessaan erga ajjeesanii booda bifa saalfii ta’ee fi faallaa amala namoomaa biyya kanaatiin reeffa irratti yeroo tabatan argamaniirus jedhe. Kana malees, “ummatichaan ‘deeggartoota shanii fi soortoota shaneeti’ kanaafuu ‘qurxummii qabuuf galaanicha gogsuu barbaachisa’ jechuun lafarraan raayyaa ittisaan, humna addaa oromiyaa fi poolisii feedaraalaan akkasumas waqarraan humnoota biyya alaa qindeessuun xiyaara nam-maleen(diroonii), jeettii fi eelikooftar waraanaatiiin bakkeewwan gabaatti, bakka manneen jireenyaa uumata nagaarratti, manneen barnootaa, bakkeewwan sagadaa amantiiwwan adda adda https://www.instagram.com/p/Cl6YWNqt50X/?igshid=NGJjMDIxMWI=
0 notes
oromreview · 2 years
Text
Manni Maree Bakka-buutota Ummataa Miseensota Paartii Biltsiginnaan dhuunfatame, Muudama Komishinaroota Komishinii ‘Marii Biyyoolessaa’ hogganu jedhamanii, mormii malee raggaaseera.
Manni Maree Bakka-buutota Ummataa Miseensota Paartii Biltsiginnaan dhuunfatame, Muudama Komishinaroota Komishinii ‘Marii Biyyoolessaa’ hogganu jedhamanii, mormii malee raggaaseera.
Manni Maree Bakka-buutota Ummataa Miseensota Paartii Biltsiginnaan dhuunfatame, Muudama Komishinaroota Komishinii ‘Marii Biyyoolessaa’ hogganu jedhamanii, mormii malee raggaaseera. Maqaa Marii Biyyoolessaatiin adeemsonni deemamaa jiran, Marii Walabaa fi Hunda hirmaachise geggeessuuf waan hin dandeessifneef, sochiileen eegalaman dhaabbatanii adeemsi marii biyyoolessaa dhugaan rakkoo biyyattii…
View On WordPress
0 notes
cophatimes-official · 2 years
Link
ABO
0 notes
wallopost · 3 years
Text
Paartiin Izeemaa(ኢዜማ) mootummaa bilxiginnaa wajjiin hojjechuuf waliigale
Paartiin Izeemaa(ኢዜማ) mootummaa bilxiginnaa wajjiin hojjechuuf waliigale
Eertiraa taa’ee profeeser Birhaanuu Naggaan durfamee qabsoo hidhannoo geggeessaa kan ture paartiin Izeemaa walgahii ariifachiisaa har’a geggeesseen mootummaa Bilxiginnaa waliin hojjechuuf waliigalteerra gahuu beeksise. Paartichi ibsa guyyaa har’aa kenneen “Paartii biyya bulchurraa gaaffiin waliin hojjechuu nuuf dhiyaate ilaalchisee walgahiin yeroo bal’aaf erga teenyee booda haala amma biyyi…
View On WordPress
0 notes
aanolee-blog · 3 years
Text
Har’ayyuu HD’n ABO jaal Daawud Ibsaati.
Bara wayyaane San Tasfaayenis akkuma kana Paartii Pro. Mararaa KBO diiguf yaale mormituu fakkaate qallabni Mootumarraa safaramaafi ture, jiraaf hin jiruu isaa ummanni osoo quba hin qabaatin barri sun irra darbee qallabnis irraa hafee Boordin filannoo dhiyoo kana galmeerra haqe. mootummaafis waa tokko osoo hin buusin xurii haqatee achumaan dhabama tayee hafe. Pro. Mararaan har’as dhaaba cimaa…
Tumblr media
View On WordPress
0 notes
fugugtube-blog · 6 years
Photo
Tumblr media
BURAAYYUU Dhugaan Buraayyuu yeroo bahu !=============================Rakkoo Tibba Darbe Buraayyutti Uumameen wal qabatee namoota to'annoo seeraa jala Oolan 403 keessaa 326 jiraattota magaalaa Finfinnee yommuu tahan isaan kana keessaa immoo 286 rikoordiin yakka adda addaa kan irratti argamedha.Namoota 286 kana keessaa 52 irratti immoo kanaan dura gocha lubbuu balleessuu,saamicha gurguddoo fi dirqisiisaniigudeeddii adda addaa kan raawwatan tahuu rikoordiin yakkaa isaaniirratti argame kan ibsu yoo tahu hedduun isaanii yeroo adaba isaanii xumuruun kan mana sirreessaatiigadi lakkifaman, shakkamtootni 7 immoo labsii yeroo dhiifamaa(Mihiret awaaj) fayyadamuun kan gadi lakkifaman tahuu isaa mirkanaaa'eera.Shakkamtoota kanneen keessa miseensotni paartii caamsaa 7 tahan namootni 8 kan argaman yoo tahu, yakkamtoota gurmeessuu,tokko tokkoo yakkamtootaaf hanga qarshii 6,000 utuu qoodanii harkaa fi harkatti humnoota nageenyaatiin to'annoo jala kan oolan yoo tahu,kan biraa maqaa isaaniitiin gocha Shororkaa biroof kan gargaaru qarshiin Miliyoona 8 ol dabtara isaanii irratti kan argame yeroo tahu guyyaa rakkichi Uumame minibaasota lakk.gabatee hin qabne Lamaan magaalaa Buraayyuu keessa soso'aa akka turanille dabalamee eerameeraPoolisiin magaalaa Buraayyuutis yeroo ammaa ragaa ariifataa fi qulqulluu tahe qindeessaa akka jirullee eerameera.
0 notes
bahar-gobbe · 2 years
Photo
Tumblr media
Gama ija seeraatin fi ittiin bulmaata paartii akkasumas akka paartii seeraan galmaahetti Asxaa tokko qabaachun dirqamadha. Sana qabaattu malees boordin filannootuu Ulaagaalee hin guunne jedhee si uggura. Gama keenyatti yoo deebine Alaabaan keenya gatii dhiigaa waloodhaan itti kanfalame waan ta’eef qabeenya waloo sabichaati. ABOn sagantaa siyaasaa fi danbii ittiin bulmaataa mataa isaa qaba. Haala kanaanis miseensa simatee keessummeessa. Namni miseensa dhaabichaa ta’e dirqama dambii fi ittiin bulmaata dhaabichaa kabaja. Kanaanis gidiraa fi baldhoo itti dhufu kaayyo fi akeeka itti amanee fudhateef jecha baasa. Namni miseensa ABO hin taane kan alaabaa kana jalatti maatii isaa dhabe,ofii isaatif otuu miseensa hin taane alaabaan kana qabaatte jedhamee ajjeefame,qaama hir’ate,maatin bittinaaye,hidhaa dheeraa hidhame kumaa kitila. Kanaaf jara kanaan isin miseensa mitiiti alaabaa kana fayyadamuu hin dandeessan jechuun aad-maleedha. Kanaaf Alaabaan ABO kan saba baldhaa ta’eera jechuudha. Walakkaa jaarraa tokkootii oliif ilmaan oromoo gidiraa itti arganii asiin gahan waan ta’eef akka faajjii qabsootti ilaalamas jechuudha. #Paartileen Gama paartileettii yoo ceenu paartin kamuu gaafa galmaahu aasxaa mataa ofii qaba waan taheef aasxaa paartii biroo fayyadamuunuu yakka. Paartin biroo faajjii paartii biroo qabachuun gama birootin kaayyoo paartii isaatti hin amanu ykn kaayyoo paartii faajjicha qabatee jiru sana paartii biroo keessa taa’ee tarkaanfachiisaa jira jechuudha. akka hawaasatti otuu hin taane akka paartitti alaabaa qabsoon ummata oromoo hanga hiree ofii ofiin murteeffachuuti hanga walabummaa Oromiyaatti jedhuuf bocame qabatanii ilaalcha walabummaa oromiyaa jedhu hin fudhannu jedhuuf fayyadamuun itti gala siyaasa paartichaas ni faallessa natti fakkaata. Kun waan paartilee lamaan gidduu jiru malee waan hawaasa baldhaa ilaallatu miti. Inni biroo qophiiwwan amma biyyoota alaatti godhamaa jiran kana kan qopheessu bakka buutota hawaasatu qopheessa malee paartii natti hin fakkaatu. Hawaasichi ammoo waan bakka na bu’a jedhu kan aarsaa itti kafale sana fayyadamuuf mirga guutuu qaba. Lootee galtoonni PP ammoo dhimma maatii keessaa bahaa‼️ diddu block banaadha‼️ Yaada https://www.instagram.com/p/CemkH8mtBSs/?igshid=NGJjMDIxMWI=
0 notes
wallopost · 3 years
Text
Paartichaaf osoo qabsoofnuu akkamiin duubatti nu dhiise?: Obbo Taayyee Danda'aa
Paartichaaf osoo qabsoofnuu akkamiin duubatti nu dhiise?: Obbo Taayyee Danda’aa
Yaa’ii caffee mootummaa naannoo Oromiyaa har’aan namoonni 31 muudamaniiru. Ta’us adeemsi muudamni itti kenname sirrii miti jechuun qondaalli olaanaan paartii badhaadhinaa Oromiyaa obbo Taayyee Danda’aa mormuun isaa ijoo dubbii miidiyaa hawaasaa ta’ee jira. Obbo Taayyee Danda’aa akkana jechuun adeemsicha morme. “Caffee kanatti afa-yaa’ii akka ta’aniif kan dhiyaatan kun ‘gahumsaan maal fakkaatu?’…
Tumblr media
View On WordPress
0 notes
wallopost · 3 years
Text
Bilxiginnaan Irreecha Dabballee deebisuufi: Iccitii miliqee bahe
Bilxiginnaan Irreecha Dabballee deebisuufi: Iccitii miliqee bahe
Ummanni Oromoo baranas ayyaana Irreechaa walabummaan bahee akka hin kabajanneef sirni aangoorra jiru shira garaagaraa xaxaa jiraachuu, ragaan keessoo sirna Bilxiginnaatii bahe mul’isa. Irreecha baranaa olaantummaan kan hoogganu hogganaa paartii Bilxiginnaa damee Oromiyaa Fiqaaduu Tasammaa ta’uu ibsa ragaan kun. Koree kabaja ayyaana Irreechaa baranaa hogganuuf hundaa’e kan dursus nama kanadha…
View On WordPress
0 notes
wallopost · 3 years
Text
ABO'n taatee borii beekuuf ija fagootti argu qaba: Qalbeessaa Dhangi'aa
ABO’n taatee borii beekuuf ija fagootti argu qaba: Qalbeessaa Dhangi’aa
Biyyattii keessatti dhaabbilee siyaasaa hedduu jiru. Dhaabbileen siyaasaa kunneen dantaaf fedhii mataa mataatti kan qabanidha. Kanneen siyaasa gaggeessan hedduun yeroo sagantaan siyaasaa isaanii wal kiphus nii argama. Keessumatti dhaabbilee siyaasaa hedduun maqaa garaagara malee waan isaan adeemaniif sagantaan siyaasaa isaanii kan paartii qawweedhaan biyya bulchaa jiruu waliin wal…
Tumblr media
View On WordPress
0 notes
wallopost · 3 years
Text
Maatii Dr. Milkeessaa takka takkaan haaxofna - Activist Hangaasaa Ibraahim
Maatii Dr. Milkeessaa takka takkaan haaxofna – Activist Hangaasaa Ibraahim
Qondaalaa ODP duraanii kan ture Dr. Mikeessaa Miidhaagaa OMN irratti dhiyaatuun iccitii jajjaboo jedhamu gad baasee ture. kanuma hordofuun Aanga’oonnii paartii PP fi deeggartoonni isaanii sodaa hamaa keessa galan fakkaata. Yeroo Dr. Milkeessaan gaaffif deebii OMN irratti taasisee kaasee gamaaf gamanaa dhufanii dubbii isaa kijibsiisaa jiru. Obbo Hangaasaa Ibraahim namoota dubbii Dr. Milkeessaa…
Tumblr media
View On WordPress
0 notes